-
Iyyaasuu 8:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Akkuma Yerikoo fi mootii ishii irratti goote Aayii fi mootii ishii irrattis godhi;+ boojuu ishii keessaa argamuu fi horiiwwan ishii garuu saamaatii ofii keessaniif fudhadhaa. Magaalattii duubaanis riphaa eeggadhaa.”
-
-
Faarfannaa 18:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Harka koo waraanaaf ni leenjisa;
Irreen koos iddaa sibiila diimaa dabsuu ni dandaʼa.
-