-
1 Seenaa Baraa 6:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Kanneen kun Taabotichi achi akka taaʼuuf erga dhufee booda warra Daawit faarfannaa mana Yihowaa keessatti faarfatamu akka geggeessaniif muude turan.+
-
-
1 Seenaa Baraa 25:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kanneen kun hundi ilmaan Hemaan isa ulfina isaatiif jecha* dhimmoota Waaqa dhugaa wajjin wal qabatan irratti mootichaaf mulʼata argu sanaa turan; Waaqni dhugaanis Hemaaniif ijoollee dhiiraa 14 fi ijoollee durbaa 3 ni kenne.
-