-
1 Seenaa Baraa 13:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Taabonni Waaqa dhugaa sunis maatii Obeed Edoomii wajjin jiʼa sadiif mana isaa keessa taaʼe; Yihowaanis maatii Obeed Edoomii fi wanta inni qabu hunda ni eebbise.+
-