-
Uumama 36:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Aadaan Esaawuuf Eliifaaziin kan deesse yeroo taʼu, Baasemaat immoo Rewuʼeliin deesse.
5 Akkasumas Oholibaamaan Yeʼuush, Yaalaamii fi Qoraa deesse.+
Kanneen kun ilmaan Esaawu warra biyya Kanaʼaan keessatti isaaf dhalatani dha.
-