Uumama 15:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+ Uumama 17:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi. 2 Kakuu koo anaa fi si gidduutti nan cimsa;+ akka malees sin baayʼisa.”+
18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+
17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi. 2 Kakuu koo anaa fi si gidduutti nan cimsa;+ akka malees sin baayʼisa.”+