44 “Bara mootota sanaatti Waaqni samii mootummaa matumaa hin balleeffamne+ tokko ni hundeessa.+ Mootummaan kunis saba kan biraa kamitti iyyuu dabarfamee hin kennamu.+ Innis mootummoota kana hundumaa caccabsee ni balleessa;+ kophaa isaas bara baraaf ni dhaabbata;+