-
1 Seenaa Baraa 11:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, Daawit, “Namni jalqaba Yebuusota rukutu kam iyyuu ajajaa fi geggeessaa ni taʼa” jedhe. Achiis Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaa jalqaba ol ni baʼe; innis ajajaa taʼe.
-