-
2 Seenaa Baraa 28:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo kanatti raajiin Yihowaa Odeed jedhamu tokko achi ture. Innis raayyaa waraanaa isa gara Samaariyaatti dhufaa jiru dura baʼee akkana isaaniin jedhe: “Ilaa, Yihowaan inni Waaqa abbootii keessanii taʼe Yihudaa harka keessanitti dabarsee kan kenne waan isaanitti aareef ture;+ isin garuu dheekkamsa hamma samii gaʼuun isaan ajjeestaniittu.
-