LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis Liyaan, “Ani tajaajiltuu koo abbaa manaa kootiif waanan kenneef, Waaqayyo mindaa koo naaf kaffale” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yisaakor*+ jettee moggaaste.

  • Uumama 49:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Yisaakor+ harree lafee cimaa qabu isa feʼumsa dugda isaa irra jiru lamaan gidduu ciisu dha. 15 Inni iddoon boqonnaa sun gaarii akka taʼee fi lafichi kan nama gammachiisu akka taʼe ni ilaala. Baʼaa baachuuf gateettii isaa gad ni qaba; hojii dirqamaa hojjechuufis of dhiheessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi