Haagee 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 ‘Isin keessaa namni ulfina mana* kanaa isa duraa arge jiraa?+ Manichi amma maal fakkaatee isinitti mulʼata? Yeroo isa jalqabaa wajjin wal bira qabamu homaattuu kan hin lakkaaʼamne dha mitii?’+
3 ‘Isin keessaa namni ulfina mana* kanaa isa duraa arge jiraa?+ Manichi amma maal fakkaatee isinitti mulʼata? Yeroo isa jalqabaa wajjin wal bira qabamu homaattuu kan hin lakkaaʼamne dha mitii?’+