-
1 Seenaa Baraa 22:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kana malees Daawit sibiila hedduu mismaara balbaloota karraatiif barbaachisanii fi maaxafaawwan tolchuuf oolan ni qopheesse; sibiila diimaa baayʼina isaatiin kan kaʼe madaalamuu hin dandeenyes ni qopheesse;+
-