LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:9-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Liyaan ijoollee godhachuu akka dhaabde yommuu hubattu, tajaajiltuu ishii Zilfaa fuutee haadha manaa akka isaaf taatuuf Yaaqoobiif kennite.+ 10 Tajaajiltuun Liyaa Zilfaanis Yaaqoobiif ilma ni deesse. 11 Yeroo kanatti Liyaan, “Maal carraa gaariin akkanaa!” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Gaad*+ jettee moggaaste.

  • Uumama 49:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Gaad+ tuutni weerartootaa isa ni saamu; inni garuu faana dhaʼee isaan haleela.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi