-
1 Seenaa Baraa 26:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis inni gara bahaa jiru Shelemiyaadhaaf baʼe. Isaanis ilma isaa Zakkaariyaas isa gorsituu hubataa taʼeef carraa ni buusan; inni gara kaabaa jirus isaaf ni baʼe.
-
-
1 Seenaa Baraa 26:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Ilmaan Qorootaa fi Meraarotaa keessaa gareewwan karra eegdotaa kanneen kana turan.
-