-
1 Seenaa Baraa 26:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ilmaan Meraarii keessaa tokko kan taʼe Hosaan ilmaan qaba ture. Shimriin dura buʼaa ture; inni ilma angafaa taʼuu baatus abbaan isaa dura buʼaa godhee isa muude; 11 ilmi isaa inni lammaffaan Hilqiyaa, ilmi isaa inni sadaffaan Tebaaliyaa, ilmi isaa inni arfaffaan Zakkaariyaas ture. Ilmaanii fi obboloonni Hosaa walumaa galatti 13 turan.
-