-
Baʼuu 18:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 ilmaan ishii lamaanii+ wajjin fudhatee kaʼe. Museen, “Ani biyya ormaa keessatti nama biyya ormaa taʼeera” jechuudhaan maqaa ilma isaa isa tokkoo Geershom*+ jedhee moggaasee ture; 4 inni, “Waaqni abbaa kootii inni goraadee Faraʼoon+ irraa na oolche gargaaraa koo ti” jechuudhaan maqaa ilma isaa isa kan biraa immoo Eliiʼezar* jedhee moggaasee ture.
-