LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 31:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Kanaafuu, Yihowaa duratti araara akka ittiin argannuuf, tokkoon tokkoon keenya wanta arganne, jechuunis miʼawwan warqii, albuuwwan,* bitawoowwan,* qubeellaawwan chaappaa, lootiiwwanii fi faayawwan kan biroo Yihowaadhaaf kennaa goonee haa dhiheessinu.”

  • 1 Seenaa Baraa 18:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 yeruma sana waaʼee nageenya isaa akka isa gaafatuu fi Hadaadʼezeeriin waraanee waan injifateef gammachuu isatti dhagaʼame akka isaaf ibsu, ilma isaa Hadoraamiin gara Daawit Mootichaatti erge (Hadaadʼezeer yeroo baayʼee Toʼuu wajjin wal waraana ture); innis miʼawwan warqii, miʼawwan meetii fi miʼawwan sibiila diimaa akaakuu adda addaa fidee dhufe. 11 Daawit Mootichi miʼawwan kana meetii fi warqii saboota hundumaa irraa fudhatee turee wajjin Yihowaadhaaf ni qulqulleesse;+ miʼawwan kunis warra inni Edoom, Moʼaab, Amoonota,+ Filisxeemotaa+ fi Amaaleqota+ irraa fudhate turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi