LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo booda Yihowaan Saamuʼeliin, “Inni Israaʼel irratti mootii taʼee akka hin bulchine isa tuffadhee utuun jiruu,+ ati hamma yoomiitti Saaʼoliif gaddita?+ Miʼa gaanfaa keetti zayitii guuttadhuutii+ deemi. Ilmaan isaa gidduudhaa nama mootii naaf taʼu waanan filadheef,+ gara Issey+ isa nama Beetaliheem taʼetti sin erga” jedhe.

  • 1 Saamuʼel 16:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yommuu isaan achi gaʼanis, Saamuʼel Eeliyaabiin+ argee, “Dhugumaan, inni Yihowaan filate isa kana dha” jedhe.

  • 1 Saamuʼel 17:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Eeliyaab+ obboleessi isaa inni angafni yommuu inni namootatti dubbatu dhagaʼee Daawititti aaree, “Maaliif asitti gad buute? Hoolota muraasa sana lafa onaa keessatti eenyutti dhiiste?+ Ani of tuulummaa kee fi yaada garaa kee isa hamaa sirriittan beeka; ati waraanuma ilaaluu dhufte” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi