Maatewos 1:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Raam Aminaadaabiin dhalche;Aminaadaab Naʼaasooniin+ dhalche;Naʼaasoon Salmooniin dhalche; 5 Salmoon Rahaab+ irraa Boʼaaziin dhalche;Boʼaaz Ruut+ irraa Yoobeediin dhalche;Yoobeed Isseyiin+ dhalche;
4 Raam Aminaadaabiin dhalche;Aminaadaab Naʼaasooniin+ dhalche;Naʼaasoon Salmooniin dhalche; 5 Salmoon Rahaab+ irraa Boʼaaziin dhalche;Boʼaaz Ruut+ irraa Yoobeediin dhalche;Yoobeed Isseyiin+ dhalche;