-
1 Seenaa Baraa 27:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Manneen qabeenyaa mootichaa+ irratti Azmaawet ilmi Adiʼel ajajaa ture. Yonaataan ilmi Ooziyaa manneen kuusaa warra baadiyyaawwan, magaalota, gandeenii fi masaraawwan keessatti argaman irratti ajajaa ture.
-