LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 22:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda Daawit namoonni biyya ormaa+ warri biyya Israaʼel keessa turan akka walitti qabaman ajaje; achiis ijaarsa mana Waaqa dhugaatiif dhagaa akka muranii fi akka bifa itti baasaniif warra dhagaa bocan godhee isaan ramade.+ 3 Kana malees Daawit sibiila hedduu mismaara balbaloota karraatiif barbaachisanii fi maaxafaawwan tolchuuf oolan ni qopheesse; sibiila diimaa baayʼina isaatiin kan kaʼe madaalamuu hin dandeenyes ni qopheesse;+ 4 akkasumas saanqaawwan muka gaattiraa+ lakkaaʼamuu hin dandeenye ni qopheesse; sababiin isaas Siidoononnii+ fi warri Xiiros+ saanqaawwan muka gaattiraa hedduu Daawitiif fidanii turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi