LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yihowaan garuu Saamuʼeliin, “Ani waanan isa tuffadheef, bifa isaa fi dheerina isaa hin ilaalin.+ Waaqayyo kan ilaalu akka namni ilaalutti miti; sababiin isaas, namni wanta alaan mulʼatu ilaala; Yihowaan garuu garaa namaa ilaala”+ jedhe.

  • 1 Seenaa Baraa 29:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Waaqa koo, ati garaa namaa akka qortuu+ fi amanamummaatti* akka gammaddu+ ani akka gaariitti nan beeka. Ani garaa koo isa qajeelaadhaan* kakaʼee wantoota kana hunda fedhiidhaan dhiheesseera; sabni kee inni asitti argame fedhiidhaan siif kennuu isaa arguu koottis baayʼee gammadeera.

  • Fakkeenya 17:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+

      Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+

  • Mulʼata 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ani yaada keessa namaa jiruu* fi garaa isa qoru taʼuu koo gumiiwwan hundi akka beekaniif, ijoollee ishii dhaʼicha cimaadhaan nan ajjeesa; isiniifis dhuunfaatti akka hojii keessaniitti nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi