LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ammas, ani isa duratti ixaana urgaaʼu aarsuuf,+ yeroo hundumaa daabboo wal irra tuulamu* achi kaaʼuuf,+ akkasumas ganamaa fi galgala,+ guyyoota Sanbataatti,+ guyyoota baatiiwwan haaraattii+ fi waqtiilee ayyaanaa+ Waaqa keenya Yihowaatti aarsaawwan gubaman dhiheessuuf, maqaa Waaqa koo Yihowaatiif mana ijaaruu fi isaaf qulqulleessuuf yaadeera. Kun, dirqama Israaʼelonni yeroo hundumaa raawwachuu qabani dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi