-
1 Seenaa Baraa 21:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Daawit Mootichi garuu Ornaaniin, “Hin taʼu, gatii guutuu kaffalee si irraa bituun qaba; wanta kan kee taʼe fudhadhee Yihowaadhaaf hin dhiheessu; yookiin wantan gatii itti hin baasne aarsaa gubamu godhee hin dhiheessu” jedhe.+
-