LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 7:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Achiis sibiila diimaa irraa gaariiwwan*+ kudhan ni hojjete. Tokkoon tokkoon gaarii kanaa dheerinni isaa dhundhuma afur, dalgi isaa dhundhuma afur, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma sadii ture.

  • 1 Mootota 7:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Inni miʼa bishaanii+ tokkoon tokkoon isaanii safartuu baatii 40 qabatan kudhan sibiila diimaa irraa ni hojjete. Miini bishaanii kun tokkoon tokkoon isaa dhundhuma afur ture.* Gaariiwwan kurnan hundi miʼa bishaanii tokko tokko qabu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi