LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 20:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Bara sanatti Hisqiyaas dhukkubsatee duʼa jala gaʼee ture.+ Isaayyaas raajichi ilmi Amooz dhufee, “Yihowaan akkana jedha: ‘Ati ni duuta malee hin fayyitu; kanaafuu, maatii keetiif qajeelfama kenni’”+ isaan jedhe. 2 Yeroo kanatti Hisqiyaas fuula isaa gara girgiddaatti garagalchee akkana jedhee Yihowaa kadhachuu jalqabe:

  • Isaayyaas 38:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Bara sanatti Hisqiyaas dhukkubsatee duʼuu jala gaʼee ture.+ Isaayyaas+ raajichi ilmi Amooz dhufee, “Yihowaan akkana jedha: ‘Ati ni duuta malee hin fayyitu; kanaafuu, maatii keetiif qajeelfama kenni’” isaan jedhe.+ 2 Yeroo kanatti Hisqiyaas fuula isaa gara girgiddaatti garagalchee akkana jedhee Yihowaa kadhachuu jalqabe:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi