-
2 Seenaa Baraa 2:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Anis ogeessa harkaa dandeettii fi hubannaa qabu, jechuunis Hiiraam Abii+ siif ergeera; 14 inni ilma dubartii gosa Daan taate tokkoo yeroo taʼu, abbaan isaa garuu nama biyya Xiirosi; inni, warqiidhaan, meetiidhaan, sibiila diimaadhaan, sibiilaan, dhagaadhaan, saanqaadhaan, suufii bifa dhiilgeetiin, foʼaa bifa cuquliisaatiin, huccuu baʼeessaan, akkasumas foʼaa bifa bildiimaatiin hojjechuudhaan muuxannoo qaba.+ Inni boca akaakuu hundumaa baasuu fi pilaanii isaaf kenname kam iyyuu hojjechuu ni dandaʼa.+ Inni namoota kee warra dandeettii ogummaa harkaa qabanii fi namoota abbaa kee gooftaa koo Daawit warra dandeettii ogummaa harkaa qabanii wajjin ni hojjeta.
-