2 Mootota 23:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Utubaa waaqeffannaa sanas mana Yihowaa keessaa baasee+ gara qarqara Yerusaalemitti, gara Sulula Qedroonitti geessee achi keessatti ni gube;+ isas daakee daaraa godhe; daaraa isaas awwaala namootaa irratti ni bittinneesse.+
6 Utubaa waaqeffannaa sanas mana Yihowaa keessaa baasee+ gara qarqara Yerusaalemitti, gara Sulula Qedroonitti geessee achi keessatti ni gube;+ isas daakee daaraa godhe; daaraa isaas awwaala namootaa irratti ni bittinneesse.+