-
2 Seenaa Baraa 25:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Yeroo Amaaziyaan Yihowaa duukaa buʼuu irraa garagalee jalqabee, isaan Yerusaalem keessatti isa irratti ni mariʼatan;+ innis gara Laakiishitti baqate; haa taʼu malee, isaan isa duubaan gara Laakiishitti namoota erganii achitti isa ajjeesan.
-