-
2 Seenaa Baraa 33:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Haa taʼu malee, sabichi amma iyyuu iddoowwan ol kaʼoo irratti aarsaa ni dhiheessu turan; taʼus aarsaa kan dhiheessan Waaqa isaanii Yihowaadhaaf qofa ture.
-