-
2 Mootota 23:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis mootichi miʼawwan Baʼaaliif, miʼawwan utubaa waaqeffannaa*+ fi miʼawwan guutummaa raayyaa samiitiif hojjetaman hunda mana qulqullummaa Yihowaa keessaa akka baasaniif Hilqiyaa+ isa luba ol aanaa taʼe, luboota warra sadarkaa lammaffaa qabanii fi karra eegdota ni ajaje. Achiis Yerusaalemii alatti irraan gadee Qedroon irratti isaan ni gube; daaraa isaaniis gara Beetelitti+ geesse.
-