-
2 Mootota 17:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Kanaafuu, saboonni kun Yihowaa kan sodaatan+ taʼus, fakkiiwwan isaanii warra bocamanis ni tajaajilu turan. Ijoolleen isaanii fi ijoolleen ijoollee isaaniis hamma harʼaatti akkuma abbootiin isaanii gochaa turan godhu.
-