-
Keessa Deebii 28:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Gochawwan kee warra hamoo taʼaniin, akkasumas ana dhiisuu keetiin kan kaʼe, Yihowaan hamma ati haxaaʼamtee badduttii fi hamma daftee balleeffamtutti, wanta gootu hundumaatiin abaarsa, burjaajaʼuu fi adaba sitti erga.+
-