Baʼuu 12:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Museenis yeruma sana jaarsolii Israaʼel+ hundumaa waamee akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaa, maatiiwwan keessan hundumaatiif horiiwwan xobbaallaa taʼan* filadhaatii aarsaa Faasikaa qalaa.
21 Museenis yeruma sana jaarsolii Israaʼel+ hundumaa waamee akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaa, maatiiwwan keessan hundumaatiif horiiwwan xobbaallaa taʼan* filadhaatii aarsaa Faasikaa qalaa.