-
2 Seenaa Baraa 30:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Isaanis Seera Musee isa nama Waaqa dhugaa taʼe sanaa hordofuudhaan iddoo isaanii isa duraanii ni qabatan; achiis luboonni dhiiga isa harka Leewwotaa irraa fudhatan sana ni facaasan.+
-