-
1 Mootota 6:33-35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Balbala mana qulqullummaa* sanaaf, kutaa arfaffaatiif* akka kanaan muka gaattiraa irraa maqaaniiwwan ni hojjete. 34 Kana malees, muka birbirsaa irraa balbaloota lama ni hojjete. Balballi inni tokko saanqaawwan wiirtuuwwan irratti naannaʼan lama qaba ture; balballi inni kan biraanis saanqaawwan wiirtuuwwan irratti naannaʼan lama qaba ture.+ 35 Innis fakkii kiruubelotaa, fakkii mukeetii meexxii fi fakkii abaaboowwanii bocee, bocawwan sana warqiidhaan uwwise.
-