-
1 Seenaa Baraa 26:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Gareewwan karra eegdotaa kana keessaa dura buutota kan taʼan, akkuma obboloota isaanii tajaajila mana Yihowaatti raawwatamu irratti hojii hojjetan qabu turan. 13 Kanaafuu, isaan tokkoon tokkoon karrawwan sanaa eenyu akka eegu murteessuuf, guddaa xinnaa utuu hin jedhin akka manneen abbootii isaaniitti carraa buufatan.+
-