-
2 Mootota 23:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Bara abbootiin murtii Israaʼeliin itti bulchaa turanii jalqabee, bara mootota Israaʼelii fi mootota Yihudaa hundumaatti Faasikaan akkanaa kabajamee hin beeku.+ 23 Yosiyaas Mootichi mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti garuu, Faasikaan kun Yerusaalem keessatti Yihowaadhaaf ni kabajame.
-
-
2 Seenaa Baraa 30:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Bara Solomoon ilma Daawit isa mootii Israaʼel ture irraa jalqabee wanti akkanaa Yerusaalem keessatti taʼee waan hin beekneef, Yerusaalem keessa gammachuu guddaatu ture.+
-