-
1 Mootota 22:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Mootiin Israaʼelis yeroo kanatti Yoshaafaaxiin, “Ani eenyummaa koo dhoksee gara waraanichaatti nan seena; ati garuu uffata mootii uffadhu” jedhe. Kanaafuu, mootiin Israaʼel eenyummaa isaa dhoksee+ gara waraanichaatti ni seene.
-