LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 23:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kanaafuu, tajaajiltoonni isaa reeffa isaa gaarii fardaa tokkoon Megidoodhaa feʼanii gara Yerusaalemitti fiduudhaan awwaala isaa keessatti isa awwaalan. Namoonni biyyattii ilma Yosiyaas Yehoʼahaaziin fuudhanii dibuudhaan bakka abbaa isaa mootii isa godhan.+

      31 Yehoʼahaaz+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 23 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal+ yeroo taʼu, ishiin intala Ermiyaas isa nama biyya Libnaa taʼe sanaa turte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi