-
2 Mootota 24:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yehoyaakiin+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 18 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Nehushtaa yeroo taʼu, ishiin intala Elnaataan isa nama Yerusaalem taʼee turte. 9 Inni akkuma abbaan isaa godhe hundumaatti, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.
-