LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 24:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Bara sanatti tajaajiltoonni Nebukadnezaar mootii Baabilon Yerusaalem irratti ni duulan; magaalattiinis ni marfamte.+

  • Ermiyaas 29:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Xalayaan Ermiyaas raajichi Yerusaalem irraa gara jaarsolii uummata boojiʼame gidduutti argamaniitti, gara lubootaatti, gara raajotaattii fi gara namoota Nebukadnezaar Yerusaalem irraa gara Baabilonitti boojuudhaan fudhate hundumaatti erge akkana jedha; 2 kunis kan taʼe, Yikooniyaan+ Mootichi, haati mootichaa,*+ abbootiin taayitaa mana mootummaa, bulchitoonni Yihudaa fi Yerusaalem, ogeeyyiin harkaa fi warri hojii sibiilaa hojjetan* Yerusaalem keessaa erga baʼanii booda ture.+

  • Hisqiʼel 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Jiʼicha keessaa guyyaa shanaffaatti, jechuunis Yehoyaakiin+ Mootichi boojuudhaan fudhatamee waggaa shanaffaatti,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi