2 Achiis Yihowaan tuuta weerartootaa warra Kaladootaa,+ warra Sooriyaa, warra Moʼaabii fi warra Amoon isatti erguu jalqabe. Akkuma dubbii Yihowaan karaa raajota isaa warra tajaajiltoota isaa taʼanii dubbatetti+ inni Yihudaa akka balleessaniif gara ishiitti isaan erguu isaa itti fufe.