Leewwota 26:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “‘Isin utuma biyya diinota keessanii keessa jirtanii, biyyattiin guyyoota ona taatee itti turtu hundumaatti idaa sanbataa ishii irra jiru ni kaffalti. Yeroo sanatti biyyattiin idaa sanbataa ishii irra jiru kaffaluu waan qabduuf ni boqotti.*+
34 “‘Isin utuma biyya diinota keessanii keessa jirtanii, biyyattiin guyyoota ona taatee itti turtu hundumaatti idaa sanbataa ishii irra jiru ni kaffalti. Yeroo sanatti biyyattiin idaa sanbataa ishii irra jiru kaffaluu waan qabduuf ni boqotti.*+