Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Baʼuu 24:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sana booda kitaaba kakuu sana fuudhee sagalee isaa ol kaasee sabichaaf dubbise.+ Isaanis, “Wanta Yihowaan dubbate hundumaa raawwachuuf fedhii qabna; ni ajajamnas” jedhan.+
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+
7 Sana booda kitaaba kakuu sana fuudhee sagalee isaa ol kaasee sabichaaf dubbise.+ Isaanis, “Wanta Yihowaan dubbate hundumaa raawwachuuf fedhii qabna; ni ajajamnas” jedhan.+