-
Izraa 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yeroo aarsaan midhaanii inni galgalaa itti dhihaatuttis+ uffanni koo fi qoloon koo akkuma tarsaʼee jirutti, gadda koo irraa nan kaʼe; achiis jilbeenfadhee harka koo gara Waaqa koo Yihowaatti nan diriirse.
-