-
Amoos 4:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 ‘Ani hoʼa waxaluu fi waagiidhaan isin nan rukute.+
-
-
Haagee 2:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ani isiniin, jechuunis hojii harka keessanii hundumaa bubbee waxaluun, waagiidhaan,+ cabbiidhaanis nan rukute; garuu isin keessaa tokko illee gara kootti hin deebine’ jedha Yihowaan.
-