LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 8:37-40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 “Biyyattii irratti beelli+ yookiin golfaan yookiin bubbeen waxalu* yookiin waagiin+ yookiin hoomaan awwaannisaa yookiin awwaannisni* hin quufne yoo dhufe yookiin diinni isaanii magaalota biyyattii* kamitti iyyuu yoo isaanitti marse yookiin dhaʼichi yookiin dhukkubni kan biraan akkamii iyyuu yoo uumame,+ 38 namni kam iyyuu yookiin sabni kee Israaʼel hundi (namni hundi madaa garaa isaa waan beekuuf)+ kadhannaa akkamii iyyuu dhiheessuuf, akkasumas fudhatama argachuuf wawwaannaa+ akkamii iyyuu dhiheessuuf harka isaanii gara mana kanaatti yommuu ol kaasan, 39 bakka jireenyaa kee+ samii keessaa dhagaʼiitii dhiifama godhi;+ tarkaanfiis fudhadhu; garaa isaa kan beeku si waan taʼeef (dhugumaan garaa nama hundumaa kan beeku si qofa dha)+ tokkoon tokkoon namaatiif akka daandiiwwan isaa hundumaatti isaaf deebisi;+ 40 kunis, biyya ati abbootii keenyaaf kennite keessa yeroo jiraatan hundumaatti akka si sodaataniifi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi