-
1 Mootota 10:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Fardeen Solomoon biyya Gibxiitii fichisiifamu turan; daldaltoonni mootichaas tuuta fardeenii* sana gatii dhaabbataa taʼeen bitu turan.+ 29 Gaariin fardaa Gibxiidhaa fichisiifamu tokkoon tokkoon isaa meetii sheeqilii* 600 baasa ture; fardi tokkos meetii sheeqilii 150 baasa ture; isaan immoo deebisanii gara guutummaa mootota Heetotaa+ fi mootota Sooriyaatti isaan ergu turan.
-