-
2 Seenaa Baraa 6:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 ati bakka jireenyaa kee samii keessaa kadhannaa isaanii fi wawwaannaa isaan fudhatama argachuuf dhiheessan dhagaʼi; murtiis isaaniif kenni;+ saba kee warra si irratti cubbuu hojjetaniif dhiifama godhi.
-