-
2 Seenaa Baraa 6:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Kadhannaa tajaajilaan kee gara bakka kanaatti dhiheessu dhagaʼuuf, guyyaa fi halkan ijji kee gara mana bakka maqaan kee ittiin waamamu+ akka taʼu dubbatte kanaatti kan baname haa taʼu.
-